Mirga barbaachaa albuudaa hiika

Mirga barbaachaa albuudaa jechuun bu’uura Labsii albuudaatiin mirga sakatta’uu, barbaaduu yookiin heeyyama qabatanii turuu kenname dha.