Mirga barbaachaa hiika

Mirga barbaachaa jechuun bu’uura Labsii Albuudaatiin mirga hojii barbaacha albuudaa mootummaadhaan heeyyamamee yookiin bu’uura waliigatee boba’aatiin heeyyama barbaachaa kennamedha.