Mirga albuudaa hiika

Mirga albuudaa jechuun bu’uura Labsii Hojii Albuudatiin heeyyama sakatta’uu, qorannoo, heeyyama qabatanii turuu yookiin oomisha albuudaa mootummaadhaan kennamu dha.