Karoora deebisanii haaromsuu mirkanaa’e hiika

Karoora deebisanii haaromsuu mirkanaa’e jechuun dirqamoota waliigaltee boba’aa yookiin mirga albuudaa keessatti murtaa’an dabalatee karoora deebisanii haaromsuu bakka albuudni yookaan boba’aan itti argamuu Biiroo Bishaan, Albuudaa fi Inarjiitiin mirkanaa’edha.