Hojiiwwan Misoomaa hiika

Hojiiwwan Misoomaa jechuun:Hojii albuuda baasuutiif yoo ta’u heeyyama hojii albuuda baasuutiin hojii heeyyamame; yookiinHojii boba’aaf yoo ta’u hojii boba’aa waliin wal qabatee hojiiwwan misoomaa fi oomishuuf waliigaltee boba’aatiin heeyyamamanidha.