Hojii barbaachaa hiika

Hojii barbaachaa jechuun:Barbaacha albuudatiif yoo ta’u hojii mirga barbaacha albuudaa keessatti heeyyamame ; yookiin Hojii boba’aatiif yoo ta’u waliigaltee boba’aa keessatti hojii barbaachaa heeyyamame dha.