Baasii barbaachaa hiika

Baasii barbaachaa gaaleen jedhu keewwata kana keewwata xiqqaa 6 (a)(ii) tiin hiika kenname osoo hin dabalatiin baasii albuuda baasuu yookiin odeeffannoo hojii boba’aa argachuuf bahu.Mirga albuuda baasuu yookiin waliigaltee boba’aa waliin walqabateen baasii bu’uraalee misooma hawwaasummaa diriirsuuf ba’u.
Baasii barbaachaa jechuun baasii qabeenyawwan gatiin isaanii hir’ataniif ba’u osoo hin dabalatiin nama heeyyamni kennameef yookiin kontiraaktarichaan hojii qorannoo gaggeessuuf baasii ba’u yoo ta’u, kanneen armaan gadii ni dabalata:Kanneen armaan gadii argachuuf baasii bahe:Mootummaa yookiin waliigaltee mirga dabarsu irraa baasii faayidaa mirgabarbaachaa ilaallatu argachuuf bahu; yookiinMootummaa yookiin waliigaltee mirga dabarsu irraa odeeffannoo barbaachaaargachuuf baasii bahu; yookiinHojii barbaacha albuudaa yookiin waaliigaltee boba’aa waliin walqabatee baasii ijaarsa bu’uraalee misooma hawwaasummaatiif bahu.