asii bu’uraalee misooma hawwaasummaa hiika

asii bu’uraalee misooma hawwaasummaa jechuun namni yookiin kontraaktarri heeyyamni kennameef bu’uura dirqama mirga hojii albuudaa yookiin waliigaltee boba’aa irra jiruutiin manneen ummataa, hospitaala, daandii yookiin bu’uraalee misoomaa hawaasummaa kana fakkaatan ijaaruuf baasii kappitaalaa baasu yookiin buusii fandii misooma hawaasummaatiif taasisu dha.