Yeroo Raawwii qajeelfamichaa Fakkeenya Sirnaalee

Yeroo Raawwii qajeelfamichaa. Qajeelfamni kun Manaajimentiin Biiroo Barnootaa Oromiyaatiin mirkanaa’ee Ji’aGuyyaa bara 2010 eegalee kan hojiirra oolu ta’a. Miiltoo Unka Wabii /Waliigalteen Leenjii Itti kennamuBiiroo Barnootaa Oromiyaatti unka barsiistonniifi Hoggantoonni manneen barnootaa barnoota gannaa/idileef yeroo ergaman waadaafi dirqama wabii ittiin galan Guyyaa Godina Aanaa/B/ Magaalaa 4. Gosa leenjii Akkaataa qajeelfama raawwii wabii leenjiirratti ibsameen leenjii sagantaa _ wabii barbaachisuuf akkaataa armaan gadiitti dhiyaateen Biiroo Barnoota Oromiyaa carraa leenjii kenneefi barsiisaa/hoggansa manneen barnootaa carraa leenjii kennameef gidduutti waliigaltee leenjiifi wabummaa mallattaa’a. 5. Waadaa kennaa (mana hojii) 6. Waadaa Fudhataa Maqaa Teessoo Umurii Sadarkaa barnootaa amma qabu 7. Ani waadaa fudhataan (leenjifamaan) obbo/Aadde Carraa leenjii naaf kenname kanatti akkaataa ulaagaa qajeelfama leenjichaatiin leenjicha xumuree yeroon deebi’u mana hojii koo yeroo turmaata leenjichi fudhatuta’e dachaadhaan tajaajiluuf waadaa seeneera. Waadaa kana yoon bahuu baadhe baasii dhimma barnoota kanaaf mootummaan baase qarshii 10000.00 ( qarshii Kuma kudhan) kaffaluuf fedhiifi beekumsa guutuudhaan waadaa seenuu koo mallattoo kootiin nan mirkaneessa. Raawwii kanaafis wabii obbo/ aaddeedhiheesseera. Mallattoo WabiiAnii Obbo/ Aadde Obboo/ Aadde tiif akkaataa armaan olitti ibsameen waliigaltee kana yoon raawwachuu baate bakka isaa/ishee bu’ee raawwachuuf baasii leenjichaa isatti/isheetti bahe qarshii 10,000.00 (kuma kudhan) kan kaffalu ta’uu koo waliigaltee wabummaa kana beekee fedhii guutuun fudhachuu koo mallattoo kootiin nan mirkaneessa.Maqaa wabii Gahee hojii Mallattoo Guyyaa Unka Dorgommii 1st degreeSubject ------------------------------------ NoNamesex No Full Name Job Discription Day Sign