Sagantaa leenjii Hojiirraa Fakkeenya Sirnaalee

Sagantaa leenjii Hojiirraa jechuun Barsiisoonnii fi Hoggantoonnii Manneetii Barnootaa otuu hojiirra jiran gahuumsaaf dandettii isaanii Cimsuuf sagantaa idileen ykn sagantaa gannaan leenjii yeroo gabaabaa ykn leenjii yeroo dheeraa keessattii kan ittiin hirmaataniidha.