Madaallii Hojii Bu’aa irratti xiyyeeffatee Fakkeenya Sirnaalee

Madaallii Hojii Bu’aa irratti xiyyeeffatee. • Manneen barnootaa ramdaman keessatti gahumsa hojii barsiisummaatiin ( Performance Evaluation) cunfaa qabxii walitti fufaa seemistara 3n 75% fi isaa ol kanneen qabanii fi fuula durattis sadarkaa kanaan barsiisuuf gahumsaa fi fedhii kan qaban.