Kaayyoo Fakkeenya Sirnaalee

Kaayyoo. • Barnoota Qulqullinni isaa mirkanaa’e sadarkaa 2ffaa saayikilii 2ffaa keessatti akka mirkanaa’u gochuuf barsiistota digirii 2ffaa qaban bakkichi barbaadu gahoomsuun guutuuf
Kaayyoo. Barsiisootaa fi Hoggantoota manneen barnootaa dandeettii fi gahuumsa ogummaa isaanii foyyeessuun tarsiimoo misooma barnootaa galmaan gahuu dandeessisu uumuun hojii qulqullina fi siyaa’inaan raawwachuun dandeettii isanii cimsuun itti gaafatamuummaa caalmaatti fudhachuu akka danda’an taasiisuuf leenjii barnootaa sadarkaa Sartafiikettii,Dippilomaa,Digrii duraa,Maastarsii sagantaa idileefi gannaatiin galchuun akka baratan gochuu