Haala dubartootaaf dursi itti kennamu Fakkeenya Sirnaalee

Haala dubartootaaf dursi itti kennamu. • Dubartoonni qabxii waliigalaa ittiin eebbifaman GPA 2 fi isaa ol qaban carraa kenname keessaa 30% irratti waliin dorgomu;• Ulaagaa filannoo waliigalaatiin dhiiraa fi dubartiiin yoo qabxii isaan argatan walqixa ta’e, dubartiif dursi kennama;