Gosoota leenjii Hojiirraa Fakkeenya Sirnaalee

Gosoota leenjii Hojiirraa. ⮚ Leenjiiwwan sadarkaalee barnoota adda addaatiin dhaabbilee biyya keessa jiran keessatti sagantaa idilee ykn sagantaa gannaatin seertifikeettii irraa gara dippiloomaatti leenjii kennamu.⮚ Leenjiiwwan sadarkaa barnoota adda addaatiin dhaabbilee biyya keessa jiran keessatti sagantaa idileefi gannaatiin dippiloomaa irraa gara digirii 1ffaatti⮚ Leenjiiwwan sadarkaa barnoota adda addaatiin dhaabbilee biyya keessa jiran keessatti sagantaa idileefi gannaatiin digirii duraa irraa gara digirii 2ffaatti ⮚ Leenjiiwwan biyya alaa barnoota addaa addaatiin baasiiwwan barbaachiisu danda’uun ministeera barnootaa irraa gahoo naannoo keenyaaf kennamu.