Filannoo digirii 2ffaa Keessaatti Dhimmoota Ilaalamuu Qaban Fakkeenya Sirnaalee

Filannoo digirii 2ffaa Keessaatti Dhimmoota Ilaalamuu Qaban. 1. Dhiiraa fi dubarri qabxii walqixa yoo argatan dubartiif dursi ni kennama. 2. Barsiisonnii fi Dura Bu’oonni filataman gara BBOtti ennaa ergaman qaboo yaa’ii ittiin dorgomanii filatamanii kan Afaan Oromootiin qophaa’ee unka qophaa’ee ergame irratti hundaa’uun guutamee soft copy fi hard copy dhaan afaan Ingiliffaan guutamee akkasumas waadaa achitti guutuun ergama .3. Filatamtoonni Yunivarsiitiin itti ramadaman qormaata seensaa kennuuf ennaa waamicha dabarsu, iddootti argamuun qoramuu qabu. Kutaa Afur