Dhukkubsataa Kaffalchiisuu Fakkeenya Sirnaalee

Dhukkubsataa Kaffalchiisuu. Iyyannoowwan baraarsaa (inshuraansii) hunda sirrittii fi yeroodhan kaffalchiisun kaayyoo Fairview ti. Odeeffannoo fi quunnamtii dhukkubsattootaa fi kaffaltoota irraa argamu irratti hundaa'us, Fairview dhukkubsattoonni herregaa fi odeeffannoo sirrii fudhachuu isaanii akkasumas carraa kaffaltii kaffaluu fi/ykn wal'aansa tola-ooltummaatif iyyachuu qabaachuu isaanii mirkaneessuf hordoffii gahaa ni godha. Adeemsi kaffaltii gaafachuu qajeelfamoota armaan gadiitin ni deeggarama: