Barsiisota Kanaan Dura Leenjii Gannaa Dhunfaan Barataa Jiran Ilaalchisee Fakkeenya Sirnaalee

Barsiisota Kanaan Dura Leenjii Gannaa Dhunfaan Barataa Jiran Ilaalchisee. • Barsiisota kanaan dura leenjii gannaa dhunfaan jalqabanii yeroo ammaa dorgomuun baasii mootummaatiin leenji’uuf carraa argatan gosa barnootaa isaan leenjii ittiin eegalan Godina/Bul.Magaalaa keessaniif kennamee jira yoo ta’e yunivarsiitii armaan dura leenjii itti eegalanitti itti fufuu akka danda’aniif godinaaleen haala ni mijeessuuf.• Barsiistonni gosa barnootaa dhuunfaan jalqabanii kan dhuunfaan jalqabaniin alatti gosa barnoota biroo irratti dorgomanii darban gara gosa barnootaa dhuunfaan eegalanitti jijjiirrachuu hindanda’an