Barsiisaa Fakkeenya Sirnaalee

Barsiisaa jechuun Sagantaa Barnoota idileen duraa irraa kaasee Manneetii barnoota Sadarkaa 1ffaa,2ffaa fi Qophaa’inaa ,kolleejjii Barnoota Barsiisootaa akkasumas bufattota Barnoota idileen alaafi misooma hawaasaa naannoo oromiyaa keessatti mootummaadhan dhaabbiidhaanii fi kontiraataan qaxaramee hojii baruuf barsiisuu kan hojjataa jiru jechuudha.